Hojiifi Ogummaa | Ogummaan bu'uura waan hundaati

Jun 12, 2026Channel
AI Analysis
Data from YouTube Data API v3Updated Just now

Video Overview

Video Details

Published4 days ago
Duration21:03
Video IDU1XVglAt7Wk
Languagefi
CategoryEntertainment
PrivacyPublic
Made for KidsNo
Video TypeRegular Video

Performance Metrics

Views61
Likes1
Comments0
Engagement Rate1.64%
Likes per 100 views1.64
Comments per 1K views0.00

Description

Magaalaa Shaashamannee keessatti deeggersa Baankii Addunyaan pirojektiin Biqaat jedhamuun dargaggootni 1299 qacaramanii jiruufi jireenya isaanii adeemsifachaa aadaa hojii guddifachaa jiru. Pirojektiin carraa hojii uumuu dargaggootaa Biqaat jedhamu waggoota sadan darbanitti akka naannoo Oromiyaatti magaalota sadii keessatti hojiilee gurguddoo hojjechaa jira.Isaan keessaa Magaalaan Shaashamannee isa tokko dha.Pirojektiin kun dargaggoota sababoota adda addaan barumsa isaanii addaan kutan leenjisee gara hojiitti seensisa.Daangaa umurii 18-25 warreen jiran irratti xiyyeefata.Mgaalaa Shaasahamannee keessatti Daraggoota 1299 dhaabbilee 310 keessatti qacarmanii jiruu fi jireenysaanii fooyyeffachaa jiru.

Related Videos

More videos from OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]